Description:Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn Eenyummaan isa tokko kan ta'ee fi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har'a ga’ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaa fi adda duree ta'e, jechuunis 'Eenyummaan Namummaa' ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaa fi dhaala maatii keenyarraa dhaallu kamiinuu ol kan ta’edha. Ogummaa uumamaa ajaa’ibsiisaa kan bulbula baayoloojii fi seelotaa akkasumas pilaazimaa irraa dhangi'ame kanatu akka lubbuun jiraannu nu taasisa. Gosni dhiigaa kunneen, hojii isaanii raawwachuu malee; sanyummaa, olaantummaa fi gad-aantummaa namummaa kamuu irraa bilisa. Falaasamootaa fi aadaa hawwaasni ijaarrate; jiraatanis, jiraachuu baatanis, onneen ni dhahatti, dhiigni qaama keenya keessa tamsa'ee naanna’uun jireenya itti fufsiisa. Dhiigni wal nama hin caalchisu. Sanyii, koorniyaa fi seenaa jireenyaa irratti hundaa’uun loogii hin godhu. Kaayyoon isaa kan nama hundaa walqixxummaatti, kutannoodhaan sooruu fi jireenya itti fufsiisu raawwachuudha. Humni dhiigaa kun walqixxummaa bu’uuraa dhala namaa hunda gidduu jiru kan hubachiisu yoo ta’u, adda addummaa keenya caalaa wal fakkenya keenya nu yaadachiisa. Kitaabni “Hidhata Dhiigaa: Sanyii Namaan Olitti” jedhu, adeemsa barnoota akkaadaamii qofa osoo hin taane, adeemsa itti hiika namummaa gadi fageenyaan keessatti hubannudha. Ofii, gosa dhiiga keessanii beektu?We have made it easy for you to find a PDF Ebooks without any digging. And by having access to our ebooks online or by storing it on your computer, you have convenient answers with Iccitii Gosa Dhiigaa. To get started finding Iccitii Gosa Dhiigaa, you are right to find our website which has a comprehensive collection of manuals listed. Our library is the biggest of these that have literally hundreds of thousands of different products represented.
Description: Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn Eenyummaan isa tokko kan ta'ee fi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har'a ga’ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaa fi adda duree ta'e, jechuunis 'Eenyummaan Namummaa' ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaa fi dhaala maatii keenyarraa dhaallu kamiinuu ol kan ta’edha. Ogummaa uumamaa ajaa’ibsiisaa kan bulbula baayoloojii fi seelotaa akkasumas pilaazimaa irraa dhangi'ame kanatu akka lubbuun jiraannu nu taasisa. Gosni dhiigaa kunneen, hojii isaanii raawwachuu malee; sanyummaa, olaantummaa fi gad-aantummaa namummaa kamuu irraa bilisa. Falaasamootaa fi aadaa hawwaasni ijaarrate; jiraatanis, jiraachuu baatanis, onneen ni dhahatti, dhiigni qaama keenya keessa tamsa'ee naanna’uun jireenya itti fufsiisa. Dhiigni wal nama hin caalchisu. Sanyii, koorniyaa fi seenaa jireenyaa irratti hundaa’uun loogii hin godhu. Kaayyoon isaa kan nama hundaa walqixxummaatti, kutannoodhaan sooruu fi jireenya itti fufsiisu raawwachuudha. Humni dhiigaa kun walqixxummaa bu’uuraa dhala namaa hunda gidduu jiru kan hubachiisu yoo ta’u, adda addummaa keenya caalaa wal fakkenya keenya nu yaadachiisa. Kitaabni “Hidhata Dhiigaa: Sanyii Namaan Olitti” jedhu, adeemsa barnoota akkaadaamii qofa osoo hin taane, adeemsa itti hiika namummaa gadi fageenyaan keessatti hubannudha. Ofii, gosa dhiiga keessanii beektu?We have made it easy for you to find a PDF Ebooks without any digging. And by having access to our ebooks online or by storing it on your computer, you have convenient answers with Iccitii Gosa Dhiigaa. To get started finding Iccitii Gosa Dhiigaa, you are right to find our website which has a comprehensive collection of manuals listed. Our library is the biggest of these that have literally hundreds of thousands of different products represented.